{"id":3339,"date":"2021-01-27T13:13:42","date_gmt":"2021-01-27T13:13:42","guid":{"rendered":"https:\/\/haramaya.edu.et\/community\/?p=3339"},"modified":"2021-01-27T13:29:30","modified_gmt":"2021-01-27T13:29:30","slug":"3339-2","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.haramaya.edu.et\/research\/3339-2\/","title":{"rendered":"Yuunivarsiitii Haramayaatti Projektiin CIP(International Potato Center)jedhamu shanyii mixaaxisa albuudaan badhadhe godina Harargee bahaa fi dhihaatti babal&#8217;isaa jiraachuun ibsame."},"content":{"rendered":"<div id=\"jsc_c_17e\" class=\"ecm0bbzt hv4rvrfc ihqw7lf3 dati1w0a\" data-ad-comet-preview=\"message\" data-ad-preview=\"message\">\n<div class=\"j83agx80 cbu4d94t ew0dbk1b irj2b8pg\">\n<div class=\"qzhwtbm6 knvmm38d\">\n<div class=\"kvgmc6g5 cxmmr5t8 oygrvhab hcukyx3x c1et5uql ii04i59q\">\n<div dir=\"auto\">Yuunivarsiitii Haramayaatti Projektiin CIP(International Potato Center)jedhamu shanyii mixaaxisa albuudaan badhadhe godina Harargee bahaa fi dhihaatti babal&#8217;isaa jiraachuun ibsame.<\/div>\n<div dir=\"auto\">Shanyiin Mixaaxisaa kun albuudaa fi vayitaaminaan badhaadhuu qofa osoo hin taane kan hongee fi caama dandamachuun ji&#8217;a sadi qofatti nyaataaf dhaqqabuudha.<\/div>\n<\/div>\n<div class=\"o9v6fnle cxmmr5t8 oygrvhab hcukyx3x c1et5uql ii04i59q\">\n<div dir=\"auto\">Qonnaan bulaan harargee teknoolojii qonnaa dafee fudhachuu irratti muuxannoon qabu ammaas shanyii mixaaxisa albuudaan badhaadhe Dilla, Alamuraa fi Kaabodee jedhaman erga raabsameef booda babal&#8217;isuun qonnaan bultoonni harargee lamaanii haala gaariin shanyii kana irraa fayyadamuuf babal&#8217;isaa jirachuu yuunivarsiitii Haramayaatti hojjataa projaktii dhaabbata CIP obbo Mohammad Abbinaa dubbataniiruu. Waggaa tokko kessattis aanota godina harargee bahaa fi dhihaa saddeet keessatti saara mixaaxisaa miiliyoona 2.3 qonnaan bultoota kuma afur(4000) ta&#8217;aniif raabsameeti jiraa. Yuniyenoonni godinoota lamanii tokko tokko ta&#8217;aniis shanyii mixaaxisaa kana akka babal&#8217;isaniif irratti hojjatamaa jira jedhu Obbo Mohammad.<\/div>\n<\/div>\n<div dir=\"auto\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" class=\"alignleft size-medium wp-image-3340\" src=\"https:\/\/haramaya.edu.et\/community\/wp-content\/uploads\/sites\/3\/2021\/01\/14a-300x225.jpg\" alt=\"\" width=\"300\" height=\"225\" srcset=\"https:\/\/www.haramaya.edu.et\/research\/wp-content\/uploads\/sites\/3\/2021\/01\/14a-300x225.jpg 300w, https:\/\/www.haramaya.edu.et\/research\/wp-content\/uploads\/sites\/3\/2021\/01\/14a-320x240.jpg 320w, https:\/\/www.haramaya.edu.et\/research\/wp-content\/uploads\/sites\/3\/2021\/01\/14a.jpg 600w\" sizes=\"auto, (max-width: 300px) 100vw, 300px\" \/> <img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" class=\"alignleft size-medium wp-image-3341\" src=\"https:\/\/haramaya.edu.et\/community\/wp-content\/uploads\/sites\/3\/2021\/01\/14b-300x225.jpg\" alt=\"\" width=\"300\" height=\"225\" srcset=\"https:\/\/www.haramaya.edu.et\/research\/wp-content\/uploads\/sites\/3\/2021\/01\/14b-300x225.jpg 300w, https:\/\/www.haramaya.edu.et\/research\/wp-content\/uploads\/sites\/3\/2021\/01\/14b-320x240.jpg 320w, https:\/\/www.haramaya.edu.et\/research\/wp-content\/uploads\/sites\/3\/2021\/01\/14b.jpg 600w\" sizes=\"auto, (max-width: 300px) 100vw, 300px\" \/> <img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" class=\"alignleft size-medium wp-image-3342\" src=\"https:\/\/haramaya.edu.et\/community\/wp-content\/uploads\/sites\/3\/2021\/01\/14c-225x300.jpg\" alt=\"\" width=\"225\" height=\"300\" srcset=\"https:\/\/www.haramaya.edu.et\/research\/wp-content\/uploads\/sites\/3\/2021\/01\/14c-225x300.jpg 225w, https:\/\/www.haramaya.edu.et\/research\/wp-content\/uploads\/sites\/3\/2021\/01\/14c.jpg 450w\" sizes=\"auto, (max-width: 225px) 100vw, 225px\" \/><\/div>\n<div class=\"o9v6fnle cxmmr5t8 oygrvhab hcukyx3x c1et5uql ii04i59q\">\n<div dir=\"auto\">Guyyaa ayyaana qonnaan bulaa aanoota shanyiin mixaaxisa vayitaaminaa fi albuudaan badhaadhe kessatti babal&#8217;ifamaa jiru kessatti kabajame kessa tokko aanaa Fadisi yoo ta&#8217;u itti gaafatamaan waajjira qonnaaf qabeenya uumamaa aanichaa Obbo Abdi Mohammad akka dubbatanitti teknooloojiin qonnaa Oomishaa fi Oomishtummaa dabaluu qofa osoo hin taane shanyii mixaaxisa Dillaa,Alamuraa fi Kaabodee jedhaman kan vaayitaaminaa fi albuudaan badhaadhe pirojaktii CIP jedhamuun yuunivarsiitiin Haramayaa akka aanaa Fadisitti araddoota afur kessatti babal&#8217;isaa jiru kana wagga itti aanutti qonnaan bultoota araddoota hundaa biraa gahuuf yuunivarsiiticha waliin hojjachaa jirra jedhaniiruu.<\/div>\n<\/div>\n<div class=\"o9v6fnle cxmmr5t8 oygrvhab hcukyx3x c1et5uql ii04i59q\">\n<div dir=\"auto\">Qonnaan bultoonni aanaa Fadis Araddaa Bal&#8217;ina Arbaa, Umar Kullee fi kannen biroos shanyii mixaxisa Dillaa, Alamuraa fi Kaabodee jedhamu kan yuunivarsii nuuf dhihesse kun isa duranirra waan hedduun adda addummaa qaba jedhu, inniis Ji&#8217;a sadihitti nyaataaf gahuu, albuudaaf vaayitaamaan kan badhaadhe, balli isaas kan nyaatamu ta&#8217;uu, Oomishtummaa guddaa kan qabuu fi kessi mixaaxisa kanaa halluu bifa kaarootii ykn burtukaanaas qaba.Yeroo ammaas qonnaan bultoonni hedduun faayidaa isaa arguun nurraa fudhachaa dhaabutti jiru jechuun Fm Hu&#8217;f ibsaniiruu.<\/div>\n<\/div>\n<div class=\"o9v6fnle cxmmr5t8 oygrvhab hcukyx3x c1et5uql ii04i59q\">\n<div dir=\"auto\">Aadde Duriyaa Saalii aanaa Fadisitti ogessa misooma midhaanii yoo ta&#8217;an shanyii mixaaxisa kanaa qixa sirriin akka qonnaan bultoota bira gahuuf xiyyeeffannoon yuunivarsiitii Haramayaa waliin hojjatan, akka aanaa Fadisitti shanyii mixaaxisaa kana araddoota afur kessatti qonnaan bultoota(350) dhibba sadihii shantamaaf raabsuun kan jalqabame yoo ta&#8217;u yeroo ammaa garuu saffisaan dachaan dabalaa jiraachuu fi hongee dandamachuun isaa fi ji&#8217;a sadi kessatti oomisha guddaa kennuun isaa dafee babal&#8217;achuu irra darbee wabii midhaan nyaataan qonnaan bulaa kan deeggaru ta&#8217;uu aadde Duriyaan himaniiru.<\/div>\n<\/div>\n<div class=\"o9v6fnle cxmmr5t8 oygrvhab hcukyx3x c1et5uql ii04i59q\">\n<div dir=\"auto\">Oogeessoonni qonnaa aanaa Fadis kanneen lenjii yuuivarsiitii Haramayaa Pirojaktii CIP irraa fudhatan shanyiin mixaaxisaa Dillaa, Alamuraa fi Kaabodee jedhamu kun rakkoowwan hanqina nyaata madaalawaa qonnan bulaa furuun caalaa oomishtummaan isaas wabii midhaan nyaatab qonnaan bulaaf gaachana waan ta&#8217;eef qonnaan bultoota hunda biraan gahuuf akkaataa danda&#8217;amurratti deeggarsa oogumma qabnuun dabalata projaktiin kuniis hubannoo hunda galeessa qonnan bulaa biraan gahaa jirra jedhaniiruu. Gabaasni kan Damooz Yaaqoob .<\/div>\n<\/div>\n<\/div>\n<\/div>\n<\/div>\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Yuunivarsiitii Haramayaatti Projektiin CIP(International Potato Center)jedhamu shanyii mixaaxisa albuudaan badhadhe godina Harargee bahaa fi dhihaatti babal&#8217;isaa jiraachuun ibsame. Shanyiin Mixaaxisaa kun albuudaa fi vayitaaminaan badhaadhuu qofa osoo hin taane kan [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":3341,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"_edd_button_behavior":[],"_oasis_is_in_workflow":0,"_oasis_original":0,"footnotes":""},"categories":[17],"tags":[],"table_tags":[],"class_list":["post-3339","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-watershed"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.haramaya.edu.et\/research\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3339","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.haramaya.edu.et\/research\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.haramaya.edu.et\/research\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.haramaya.edu.et\/research\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.haramaya.edu.et\/research\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=3339"}],"version-history":[{"count":2,"href":"https:\/\/www.haramaya.edu.et\/research\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3339\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":3344,"href":"https:\/\/www.haramaya.edu.et\/research\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/3339\/revisions\/3344"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.haramaya.edu.et\/research\/wp-json\/wp\/v2\/media\/3341"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.haramaya.edu.et\/research\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=3339"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.haramaya.edu.et\/research\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=3339"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.haramaya.edu.et\/research\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=3339"},{"taxonomy":"table_tags","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.haramaya.edu.et\/research\/wp-json\/wp\/v2\/table_tags?post=3339"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}